I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


190) Sell -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was selling. (English)
Ani gurguraa ture. (Afaan Oromoo)
We were selling. (English)
Nu gurguraa turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were selling. (English)
Ati gurguraa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were selling. (English)
Ati gurguraa turte. (Afaan Oromoo)
She was selling. (English)
Isiin gurguraa turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were selling. (English)
Isin gurguraa turtan. (Afaan Oromoo)
He was selling. (English)
Inni gurguraa ture. (Afaan Oromoo)
They were selling. (English)
Isaan gurguraa turan. (Afaan Oromoo)