I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


196) Send - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am sending. (English)
Ani ergaa jira. (Afaan Oromoo)
We are sending. (English)
Nu ergaa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are sending. (English)
Ati ergaa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are sending. (English)
Ati ergaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is sending. (English)
Isiin ergaa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are sending. (English)
Isin ergaa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is sending. (English)
Inni ergaa jira. (Afaan Oromoo)
They are sending. (English)
Isaan ergaa jiran. (Afaan Oromoo)