I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


249) Greetings

Good morning (m/f/pl). (English)
Akkam bulte (dhi/dub)/bultan (d). (Afaan Oromoo)
Good afternoon (m/f/pl). (English)
Akkam oolte (dhi/dub)/ooltan (d). (Afaan Oromoo)
Good evening (m/f/pl). (English)
.................. (Afaan Oromoo)
Good night (m/f/pl). (English)
Nagaan buli (dhi/dub) /bulaa (d). (Afaan Oromoo)
Good bye (m/f/pl) (Formal). (English)
Fayyaa ta'i (dhi/dub)/Fayyaa ta'aa (d). (Afaan Oromoo)
Bye. (English)
Nagaatti (dhi/dub/d). (Afaan Oromoo)
How are you (m/f/pl)? (English)
Akkam Jirta (dhi/dub)/jirtu? (Afaan Oromoo)
Hi? (English)
Ashamaa/yooyyaa! (Afaan Oromoo)