I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


242) S + V + IO - Present and Past Continuous Tenses- He is/was teaching you (m/f/pl)/her/him/them/me/us

He is/was teaching you (m). (English)
Inni si barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
He is/was teaching you (f). (English)
Inni si barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
He is/was teaching you (pl). (English)
Inni isin barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
He is/was teaching her. (English)
Inni isii barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
He is/was teaching him. (English)
Inni isa barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
He is/was teaching them. (English)
Inni isaan barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
He is/was teaching me. (English)
Inni na barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
He is/was teaching us. (English)
Inni nu barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)