I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


214) S + V + IO - Present Tense - They teach you (m/f/pl)/her/him/them/me/us

They teach you (m). (English)
Isaan si barsiisu. (Afaan Oromoo)
They teach you (f). (English)
Isaan si barsiisu. (Afaan Oromoo)
They teach you (pl). (English)
Isaan isin barsiisu. (Afaan Oromoo)
They teach her. (English)
Isaan isii barsiisu. (Afaan Oromoo)
They teach him. (English)
Isaan isa barsiisu. (Afaan Oromoo)
They teach them. (English)
Isaan isin barsiisu. (Afaan Oromoo)
They teach me. (English)
Isaan ana barsiisu. (Afaan Oromoo)
They teach us. (English)
Isaan nu barsiisu. (Afaan Oromoo)