I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


142) Listen -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was listening. (English)
Ani caqasaan ture. (Afaan Oromoo)
We were listening. (English)
Nu caqasaa turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were listening. (English)
Ati caqasaa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were listening. (English)
Ati caqasaa turte. (Afaan Oromoo)
She was listening. (English)
Isiin caqasaa turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were listening. (English)
Isin caqasaa turtan. (Afaan Oromoo)
He was listening. (English)
Inni caqasaa ture. (Afaan Oromoo)
They were listening. (English)
Isaan caqasaa turan. (Afaan Oromoo)