I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


250) Welfare Wishes

Have a nice day! (English)
Nagaan ooli! (Afaan Oromoo)
Have a nice night! (English)
Nagaan buli! (Afaan Oromoo)
Have a nice weekend! (English)
Torbaan gaarii! (Afaan Oromoo)
Have a nice job! (English)
Hojii gaarii! (Afaan Oromoo)
Happy new year! (English)
Baga bara haaraa geesse/geessan! (Afaan Oromoo)
Welcome! (English)
Anaadhufu! (Afaan Oromoo)
Congratulations! (English)
Baga gammadde/gammaddan! (Afaan Oromoo)
Thank you! (English)
Ulfaadhu!/Galatoomaa! (Afaan Oromoo)
Happy Journey! (English)
Imala gaarii/ Nagahaan gali! (Afaan Oromoo)
Merry Christmas! (English)
Baga ayyaana qilleetiin isin ga'e!/Ayyaana Gaarii! (Afaan Oromoo)
May God be with you! (English)
Waaqni si/isin faana haata'u! (Afaan Oromoo)
May God bless you! (English)
Waaqayyo si/isin haa eebbisu!/Barakadhu!/Buli! (Afaan Oromoo)
Oh! My lord! (English)
Ee, Magan!/Yaa Waaqi! (Afaan Oromoo)
Do not worry! (English)
Hin yaadda'in/hin yaadda'inaa! (Afaan Oromoo)
Never mind! (English)
Rakkoo hinqabu/homaa miti. (Afaan Oromoo)
I missed you! (English)
Si/isin yaadee jira. (Afaan Oromoo)
I am sorry! (English)
Baay'een gadda. (Afaan Oromoo)
Excuse me! (English)
Dhiltee dhinnaa!/ Na hoffolchaa! (Afaan Oromoo)
Not at all! (English)
Homaa miti! (Afaan Oromoo)
It is not my business! (English)
Na hingalchu//dhimma koo miti. (Afaan Oromoo)
I do not care! (English)
Dhimma kiyyaa miti/maal nadhibe. (Afaan Oromoo)
At prime cost! (English)
Gatii ittiin bitameen. (Afaan Oromoo)
By all means! (English)
Karaa danda'ame hundaan! (Afaan Oromoo)
At all events! (English)
Haala kamiinu! (Afaan Oromoo)
As soon as! (English)
Hatattamaan!/daddaffiin! (Afaan Oromoo)
As well as! (English)
Akkasumas! (Afaan Oromoo)