I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


132) Write - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am writing. (English)
Ani barreessaa jira. (Afaan Oromoo)
We are writing. (English)
Nu barreessaa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are writing. (English)
Ati barreessaa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are writing. (English)
Ati barreessaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is writing. (English)
Isiin barreessaa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are writing. (English)
Isin barreessaa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is writing. (English)
Inni barreessaa jira. (Afaan Oromoo)
They are writing. (English)
Isaan barreessaa jiru. (Afaan Oromoo)