I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


207) Pay - Verb Form in Past Continuous - Negative Form

I was not paying. (English)
Ani kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)
We were not paying. (English)
Nu kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (m) were not paying. (English)
Ati kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (f) were not paying. (English)
Ati kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)
She was not paying. (English)
Isiin kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (pl) were not paying. (English)
Isin kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)
He was not paying. (English)
Inni kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)
They were not paying. (English)
Isaan kafalaa hinturre. (Afaan Oromoo)