I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


180) Buy - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am buying. (English)
Ani bitaan jira. (Afaan Oromoo)
We are buying. (English)
Nu bitaa jirra. (Afaan Oromoo)
You(m) are buying. (English)
Ati bitaa jirta. (Afaan Oromoo)
You(f) are buying. (English)
Ati bitaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is buying. (English)
Isiin bitaa jirti. (Afaan Oromoo)
You(pl) are buying. (English)
Isin bitaa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is buying. (English)
Inni bitaa jira. (Afaan Oromoo)
They are buying. (English)
Isaan bitaa jiru. (Afaan Oromoo)