I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


19) Possessive Pronouns - Example

My book. (English)
Kitaaba kiyya. (Afaan Oromoo)
Our book. (English)
Kitaaba keenna. (Afaan Oromoo)
Your (m) book. (English)
Kitaaba kee. (Afaan Oromoo)
Your (f) book. (English)
Kitaaba kee. (Afaan Oromoo)
Her book. (English)
Kitaaba isii. (Afaan Oromoo)
Your (pl) book. (English)
Kitaaba keessan. (Afaan Oromoo)
His book. (English)
Kitaaba isaa. (Afaan Oromoo)
Their book. (English)
Kitaaba isaanii. (Afaan Oromoo)