I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


266) Talking about Directions - Situation 3

Is there a restaurant near here, please?  (English)
Dhiifama; naannoo kana manni nyaataa jiraa? (Afaan Oromoo)
There is a restaurant around the corner, next to the toy store. (English)
manni nyaataa tokko kuusaa meeshaa taphaatti aanee nijira. (Afaan Oromoo)
Thanks. (English)
Galatoomi! (Afaan Oromoo)
Do not mention it. (English)
Homaa miti. (Afaan Oromoo)
Excuse me, where is the nearest pharmacy?  (English)
Dhiifama, manni qorichaa dhihoo kana eessa jira? (Afaan Oromoo)
There is one next to the grocery store on Piyaasa road. (English)
Daandii gara birbirsa gooroo geessurra dukkaanatti aanee manni qorichaa tokko nijira. (Afaan Oromoo)
Do you see the square opposite the bank?  (English)
Faalla baankichaatiin adda babayiin sitti mul'ataa? (Afaan Oromoo)
Market road starts behind the square. (English)
Daandiin gara gabaa geessu adda babayii duubaarratti gatta. (Afaan Oromoo)
How long will it take to get there? (English)
Achi gahuuf sa'aatii meeqa fudhata? (Afaan Oromoo)
About ten minutes. (English)
Naannoo daqiiqa 10. (Afaan Oromoo)
Thank you. (English)
Galatoomi! (Afaan Oromoo)
Could you help me, please?  (English)
Dhiifama, na gargaaruu dandeessaa? (Afaan Oromoo)
I'd like to know how to go to the center of the city from here. (English)
Asirraa gara qixxalamaan magaalaa akkan itti deemu baruun barbaade. (Afaan Oromoo)
The downtown bus stops in front of the hotel over there. (English)
Otoobsiin gara qixxee magaalaa deemu hoteela fuuldura dhaabbata. (Afaan Oromoo)
Excuse me, does this bus go to the center of the city? (English)
Dhiifama; Otoobsiin kun gara qixxee magaalaa deemaa? (Afaan Oromoo)
No, you need the bus going in the opposite direction.  (English)
Lakki, Otoobsii karaa birootiin deemu si barbaachisa. (Afaan Oromoo)
The bus stop is on the other side of the street. (English)
Buufanni Otoobisichaa karaa biraati. (Afaan Oromoo)
Oh, thank you. (English)
Hayye galatoomi (Afaan Oromoo)