I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


165) Teach -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not teaching. (English)
Ani barsiisaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not teaching. (English)
Nu barsiisaa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You (m) are not teaching. (English)
Ati barsiisaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (f) are not teaching. (English)
Ati barsiisaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not teaching. (English)
Isiin barsiisaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (pl) are not teaching. (English)
Isin barsiisaa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not teaching. (English)
Inni barsiisaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not teaching. (English)
Isaan barsiisaa hinjiran. (Afaan Oromoo)