I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


33) Subject Pronoun + Have (Positive) - Example

I have a pen. (English)
Ani qalama/kobbee hinqaba. (Afaan Oromoo)
We have a pen. (English)
Nu qalama/kobbee hinqabna. (Afaan Oromoo)
You (m) have a pen. (English)
Ati qalama/kobbee hinqabda. (Afaan Oromoo)
You (f) have a pen. (English)
Ati qalama/kobbee hinqabda. (Afaan Oromoo)
She has a pen. (English)
Isiin qalama/kobbee hinqabdi. (Afaan Oromoo)
You (pl) have a pen. (English)
Isin qalama/kobbee hinqabdan. (Afaan Oromoo)
He has a pen. (English)
Inni qalama/kobbee hinqaba. (Afaan Oromoo)
They have a pen. (English)
Isaan qalama/kobbee hinqaban. (Afaan Oromoo)