I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


71) Present Continuous Tense - Question Words

Are you (m) reading? (English)
Ati dubbisaa jirtaa? (Afaan Oromoo)
Yes, I am reading. (English)
Ee dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
What are you (m) reading? (English)
Ati maal dubbisaa jirta? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper. (English)
Ani gaazexaa dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
Which news paper are you (m) reading? (English)
Ati gaazexaa kam dubbisaa jirta? (Afaan Oromoo)
I am reading Addis Zeman news paper. (English)
Ani gaazexaa Addis Zaman dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
When are you (m) reading news paper? (English)
Ati eessatti gaazexaa dubbistaa? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper now. (English)
Ani amma gaazexaa dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
Where are you (m) reading news paper? (English)
Ati yoom gaazexaa dubbistaa? (Afaan Oromoo)
I am reading newspaper at my home. (English)
Ani manuma kiyyatti gaazexaa dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
Why are you (m) reading news paper? (English)
Ati maaliif gaazexaa dubbistaa? (Afaan Oromoo)
I am reading newspaper to know current affairs. (English)
Ani dhimmoota yeroo baruuf gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
Who are you (m) reading news paper with? (English)
Ati eennuun wojjiin gaazexaa dubbisaa jirtaa? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper with my friends. (English)
Ani daraboota koo wojjiin gaazexaa dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
How are you (m) reading news paper? (English)
Ati gaazexaa akkamitti dubbistaa? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper slowly. (English)
Ani suuta jedhee gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)