I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


273) Talking in hospital

Doctor፡ Hello! I’m Dr. Hagos. How may I help you? (English)
Doktara: Doktar Hagos jedhama. Maal si gargaaru? (Afaan Oromoo)
Patient፡ I have a fever and my head hurts. (English)
Dhukkubsataa: Ho'i qaama kiyyaa dabaleera; mataanis na bowwaafataara. (Afaan Oromoo)
Doctor፡ How long have you been sick? (English)
Doktara: Hangam sirra ture? (Afaan Oromoo)
Patient፡ I’ve been sick for 3 days. (English)
Dhukkubsataa: Guyyaa 3 guuteera (Afaan Oromoo)
Doctor፡ When was the last time you saw a doctor? (English)
Doktora: yeroo dhumaatiif doktaraan kan yaalamte yoomi? (Afaan Oromoo)
Patient፡ Last year in December. (English)
Dhukkubsataa: Bara darbe Muddee keessa. (Afaan Oromoo)
Doctor፡ It looks like you have the flu. I will give you a prescription. (English)
Doktara: Qufaan si qabuu hinoolle. Qoricha siif ajaja. (Afaan Oromoo)
Patient፡ Thank you, doctor. (English)
Dhukkubsataa: Galatoomi doktar. (Afaan Oromoo)