I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


120) Give - Verb Form in Present Tense - Affirmative Form

I give. (English)
Ani hinkenna. (Afaan Oromoo)
We give. (English)
Nu hinkennina. (Afaan Oromoo)
You(m) give. (English)
Ati hinkennita. (Afaan Oromoo)
You(f) give. (English)
Ati hinkennita. (Afaan Oromoo)
She gives. (English)
Isiin hinkenniti. (Afaan Oromoo)
You(pl) give. (English)
Isin hinkennitan. (Afaan Oromoo)
He gives. (English)
Inni hinkenna. (Afaan Oromoo)
They give. (English)
Isaan hinkennu. (Afaan Oromoo)