I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


148) Speak - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am speaking. (English)
Ani dubbataan jira. (Afaan Oromoo)
We are speaking. (English)
Nu dubbataa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are speaking. (English)
Ati dubbataa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are speaking. (English)
Ati dubbataa jirta. (Afaan Oromoo)
She is speaking. (English)
Isiin dubbataa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are speaking. (English)
Isin dubbataa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is speaking. (English)
Inni dubbataa jira. (Afaan Oromoo)
They are speaking. (English)
Isaan dubbataa jiru. (Afaan Oromoo)