I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


162) Teach - Verb Form in Past Tense - Affirmative Form

I taught. (English)
Ani barsiise. (Afaan Oromoo)
We taught. (English)
Nu barsiifne. (Afaan Oromoo)
You (m) taught. (English)
Ati barsiifte. (Afaan Oromoo)
You (f) taught. (English)
Ati barsiifte. (Afaan Oromoo)
She taught. (English)
Isiin barsiifte. (Afaan Oromoo)
You (pl) taught. (English)
Isin barsiiftan. (Afaan Oromoo)
He taught. (English)
Inni barsiise. (Afaan Oromoo)
They taught. (English)
Isaan barsiisan. (Afaan Oromoo)