I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


166) Teach -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was teaching. (English)
Ani barsiisaan ture. (Afaan Oromoo)
We were teaching. (English)
Nu barsiisaa turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were teaching. (English)
Ati barsiisaa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were teaching. (English)
Ati barsiisaa turte. (Afaan Oromoo)
She was teaching. (English)
Isiin barsiisaa turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were teaching. (English)
Isin barsiisaa turtan. (Afaan Oromoo)
He was teaching. (English)
Inni barsiisaa ture. (Afaan Oromoo)
They were teaching. (English)
Isaan barsiisaa turan. (Afaan Oromoo)