I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


175) Play - Verb Form in Past Continuous - Negative Form

I was not playing. (English)
Ani taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)
We were not playing. (English)
Nu taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (m) were not playing. (English)
Ati taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (f) were not playing. (English)
Ati taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)
She was not playing. (English)
Isiin taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)
You (pl) were not playing. (English)
Isin taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)
He was not playing. (English)
Inni taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)
They were not playing. (English)
Isaan taphachaa hinturre. (Afaan Oromoo)