I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


189) Sell -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not selling. (English)
Ani gurguraa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not selling. (English)
Nu gurguraa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You (m) are not selling. (English)
Ati gurguraa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (f) are not selling. (English)
Ati gurguraa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not selling. (English)
Isiin gurguraa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (pl) are not selling. (English)
Isin gurguraa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not selling. (English)
Inni gurguraa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not selling. (English)
Isaan gurguraa hinjiran. (Afaan Oromoo)