I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


205) Pay -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not paying. (English)
Ani kafalaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not paying. (English)
Nu kafalaa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You (m) are not paying. (English)
Ati kafalaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (f) are not paying. (English)
Ati kafalaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not paying. (English)
Isiin kafalaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (pl) are not paying. (English)
Isin kafalaa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not paying. (English)
Inni kafalaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not paying. (English)
Isaan kafalaa hinjiran. (Afaan Oromoo)