I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


240) S + V + IO - Present and Past Continuous Tenses- I am/was teaching you (m/f/pl)/her/him/them

I am/was teaching you (m). (English)
Ani si barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
I am/was teaching you (f). (English)
Ani si barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
I am/was teaching you (pl). (English)
Ani isin barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
I am/was teaching her. (English)
Ani si barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
I am/was teaching him. (English)
Ani isa barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)
I am/was teaching them. (English)
Ani isaan barsiisaa jira/ture. (Afaan Oromoo)