I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


25) Preposition - Example

The student is in the class. (English)
Baratichi daree keessa jira. (Afaan Oromoo)
He went out. (English)
Inni ala bahe. (Afaan Oromoo)
He is inside the office. (English)
Inni biiroo keessa jira. (Afaan Oromoo)
He is outside the office. (English)
Inni biiroon ala jira. (Afaan Oromoo)
Above 30 degree centigrades. (English)
Digrii seentigireedii soddomaa oli. (Afaan Oromoo)
Below 30 degree centigrades. (English)
Digrii seentigireedii soddomaa gadi. (Afaan Oromoo)
The book is under the table. (English)
Kitaabichi minjaala jala jira. (Afaan Oromoo)
The book is on the table. (English)
Kitaabichi minjaala gubbaa jira. (Afaan Oromoo)
Behind the church. (English)
Bataskaana duuba. (Afaan Oromoo)
In front of the church. (English)
Bataskaana fuuldura. (Afaan Oromoo)
Opposite to bank. (English)
Baankiin gama. (Afaan Oromoo)
He is next to me. (English)
Inni natti aaneeti. (Afaan Oromoo)
A map of Ethiopia. (English)
Kaartaa Itoophiyaa. (Afaan Oromoo)
He came from India. (English)
Inni Hindii dhufe. (Afaan Oromoo)
He went to office. (English)
Inni gara biiroo deeme. (Afaan Oromoo)
He is around bus station. (English)
Inni naannoo buufata konkolaataa jira. (Afaan Oromoo)
I am with my friend. (English)
Ani hiriyyaa koo wojjiin jira. (Afaan Oromoo)