I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


258) Talking about Shopping - Buying Electrical Goods

Shopkeeper: Good morning, can I help you? (English)
Akkam bulte, maal si haa gargaaru? (Afaan Oromoo)
Customer: I hope so. I'm looking for a television. (English)
Ee, Televizhiinii barbaadee ture. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: The Toshiba TV5 is on special offer this week. (English)
Toshibaa TV5 kan gatii salphaadhaan torbaan kan dhiyaate. (Afaan Oromoo)
Customer: How much is it? (English)
Meeqa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Only $299.95. (English)
$299.95 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: It's a little expensive. Do you have a cheaper one? (English)
Xiqqoo mi'aa dha. Kan gatiin iaa hir'atu hinjiruu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes. This one's only $150. (English)
Jira. Inni kun $150 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: What make is it? (English)
Biraandiin isaa kami? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: It's a Panasonic. (English)
Paanaasoonikii dha. (Afaan Oromoo)
Customer: I like it, but it's still a little too expensive. Is there any chance of a discount? (English)
Baayyee gaariidha. Haata'u malee, ammas mi'aadha. Xiqqoo hinhira'atuu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Hmmmmm, OK, we can do it for $140. (English)
Tole, $140 haa ta'u. (Afaan Oromoo)
Customer: Great, I'll take it. Do you accept credit cards? (English)
Tole, hin fudha. Kireediti kaardii fudhattuu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes we do. (English)
Ee. (Afaan Oromoo)