I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


261) Talking about Hotel

Customer: Do you have room? (English)
Sireen jiraa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, we have. (English)
Ee, jira. (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to have a room for two days. (English)
Ani guyyaa lamaaf siree barbaada. (Afaan Oromoo)
Receptionist: Welcome. (English)
haata'u. (Afaan Oromoo)
Customer: How much does single room cost? (English)
Gatiin siree tokkoo meeqa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is Birr 200 per day. (English)
Guyyatti qarshii 200. (Afaan Oromoo)
Customer: How much does double room cost? (English)
Gatiin siree lamaa meeqa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is Birr 400 per day. (English)
Guyyatti qarshii 400. (Afaan Oromoo)
Customer: Is it with attached bath? (English)
Shaaworii wojjiinii? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, it is with attached bath. (English)
Ee, Shaaworii wojjiin. (Afaan Oromoo)
Customer: How big is it? (English)
Hammam bal'ata? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is 10*10. (English)
Ciqilee 10*10. (Afaan Oromoo)
Customer: Is there a T.V? (English)
Televizhiina qabaa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, it is (English)
Ee, qaba. (Afaan Oromoo)
Customer: Do you have a restaurant? (English)
Mana nyaataa qabduu? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, we have. (English)
Ee, qabna. (Afaan Oromoo)
Customer: Can I get other countries food? (English)
Nyaata biyya biraa/alaa argadhaa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, you can get. (English)
Ee, hinargatta. (Afaan Oromoo)
Customer: Do you have a swimming pool? (English)
Bakki bishaan daakaa jiraa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, we have. (English)
Ee, jira. (Afaan Oromoo)
Customer: Is there a lift? (English)
Liiftiin jiraa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, it is. (English)
Ee, jira. (Afaan Oromoo)
Customer: What is the check out time? (English)
Sa'aatiin bahiinsaa meeqa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is 12:00 noon. (English)
Waaree booda sa'aa 12:00'. (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to check out. How much do I have to pay? (English)
Ani bahuu barbaada meeqa haakafalu? (Afaan Oromoo)
Receptionist: You can, you have to pay Birr 300. (English)
Hindandeetta, qarshii 300 kafalta. (Afaan Oromoo)