I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


263) Talk between Waiter and Guest

Are you ready to order? (English)
Ajajuuf qophiidha? (Afaan Oromoo)
May I take your order? (English)
Maal haa ajajamu? (Afaan Oromoo)
Yes, please. (English)
Tole (Afaan Oromoo)
Just a minute, please. (English)
Xiiqqoo na egaa (Afaan Oromoo)
Would you like a drink?  (English)
Dhugaatii barbaadduu? (Afaan Oromoo)
A glass of red wine, please. (English)
Wayinii qaruuraa tokko (Afaan Oromoo)
A glass of mineral water, please. (English)
Bishaan qaruuraa tokko. (Afaan Oromoo)
No, thank you. (English)
Lakki galatoomi (Afaan Oromoo)
Would you like some coffee? (English)
Buna barbaaddaa? (Afaan Oromoo)
Yes, please. (English)
Tole hatahu. (Afaan Oromoo)
How would you like your coffee? (English)
Bunni akkam isiinif haatahu? (Afaan Oromoo)
A little milk, but no sugar. (English)
Aannan xiqqoo itti qici; garuu sukkaara kan hinqabne. (Afaan Oromoo)
With cream and sugar, please. (English)
Kireemiifi sukkaara waliin. (Afaan Oromoo)
Black coffee please. (English)
Buna gurracha naakenni (Afaan Oromoo)
How would you like your tea? (English)
Shayii akkamii siif haatahu? (Afaan Oromoo)
With lemon, please. (English)
Loomidhaan. (Afaan Oromoo)
How would you like your eggs? (English)
Killeen akkamitti isiinif haadalagamu? (Afaan Oromoo)
Scrambled, please. (English)
Caccabsaan barbaada (Afaan Oromoo)
Hard-boiled. (English)
Sirriitti haabilchaatu. (Afaan Oromoo)
Soft-boiled. (English)
Sirritti kan hinbilchaatin (Afaan Oromoo)
How would you like your steak? (English)
Waaddiin akkamitti isiniif haadalagamu? (Afaan Oromoo)
Well done, please. (English)
Haala gaarin kan dalagame (Afaan Oromoo)
Medium rare, please. (English)
Kan baayyee hin bilchaatin. (Afaan Oromoo)
What bread would you like? (English)
Daabbo akkamii barbaaddu/barbaadda? (Afaan Oromoo)
What do you have? (English)
Maaltu Jira? (Afaan Oromoo)
White, whole-wheat, rye. (English)
Qamadii adiifi hayisaa. (Afaan Oromoo)
Rye bread, please. (English)
Daabboo hayisaa. (Afaan Oromoo)
Complaining (English)
Komii (Afaan Oromoo)
Waiter! I've been waiting for my order for almost an hour already! (English)
Kessumeessa! Ajajeera; osoon eeguu sa'aa tokko guutufi. (Afaan Oromoo)
Can I see the manager, please? (English)
Itti gaafatamaa dubbisuu danda'aa? (Afaan Oromoo)
Paying (English)
Kafaluu (Afaan Oromoo)
Waiter! The bill, please. (English)
Keesumessaa nagahee naafidi. (Afaan Oromoo)
The food was delicious. Thank you very much.  (English)
Nyaanni mi'aawaa ture. Guddaa galatomi. (Afaan Oromoo)