I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


265) Talking about Directions - Situation 2

Could you tell me where the Science Museum is, please? (English)
Golhambaa Saayinsii natti agarsiistaa? (Afaan Oromoo)
It is on the corner of Bank and Market road. (English)
Qarqara baankiifi karaa gabaa ciinadha. (Afaan Oromoo)
How do I get there from here, please? (English)
Akkamittin achi gahuu danda'a? (Afaan Oromoo)
Go down this street and turn right at the traffic light. (English)
Karaa kanaan gadi bu'iitii ifaa tiraafikaa biraan gara mirgaatti gori. (Afaan Oromoo)
Walk two blocks and turn right onto Churchill Street. (English)
Bilookii lama bira darbiitii karaa charchiliin gara harka mirgaatti gori. (Afaan Oromoo)
Go past the department store and the flower market, and you'll see the Science Museum. (English)
Mana kuusaafi gabaa abaaaboo bira darbitee, golhambaa saayinsii argatta. (Afaan Oromoo)
It is a large red-brick building. You cannot miss it. (English)
Gamoo guddaa diimaa- xuubiidha. Si jalaa hinbadu. (Afaan Oromoo)
Is it far from here? (English)
Asirraa baay'ee fagoodhaa? (Afaan Oromoo)
No, it's just a ten-minute walk. (English)
Lakki; karaa daqiiqaa 10 qofa. (Afaan Oromoo)
Thank you very much. (English)
Baay'ee galatoomi! (Afaan Oromoo)
You're welcome. (English)
Homaa miti. (Afaan Oromoo)