I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


267) Talking about Bank

Customer: Could I meet with the manager, please? (English)
Hoji-gaggeessaa waliin walarguu nan danda'aa? (Afaan Oromoo)
Teller: What is it about? (English)
Dhimmi maali? (Afaan Oromoo)
Customer: I am Sekhar. I would like to open an account. (English)
Seikhar, jedhama. Lakkoofsa Herreegaa banachuu barbaade. (Afaan Oromoo)
Teller: Is it with a cheque book? (English)
Dabtara cheekii waliinii? (Afaan Oromoo)
Customer: Could I have a form please? (English)
Unkaa argachuu nandanda'aa? (Afaan Oromoo)
Teller: Please, take it. (English)
Eeyye ni dandeessa. (Afaan Oromoo)
Customer: Where should I sign? (English)
Eessatti mallatteessu? (Afaan Oromoo)
Teller: Sign here, please. (English)
Assitti mallatteessi. (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to deposit money. (English)
Mallaqa baankii kaayyachuun barbaada. (Afaan Oromoo)
Teller: Yes, you can. (English)
Eeyye, ni dandeessa. (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to with draw money. (English)
Maallaqa baankii baafachuun barbaada. (Afaan Oromoo)
Teller: How much do you want to withdraw? (English)
Hagam baasuu barbaadda? (Afaan Oromoo)
Customer: I want to withdraw Birr 3000. (English)
Qarshii 3000, baafachuun barbaada. (Afaan Oromoo)
Teller: Please, fill withdrawal form. (English)
Unkaa ittiin maallaqa baastu guuti. (Afaan Oromoo)
Customer: Have you called the token no.10? (English)
Lakkofsa baastuu 10 waamtertaa? (Afaan Oromoo)
Teller: Yes, Could I give you tens or hundreds? (English)
Eeyye; abbaa kudhanii moo abbaa dhibbaa si kennu? (Afaan Oromoo)
Customer: Please give me hundreds. (English)
Abbaa dhibbaa naa kenni. (Afaan Oromoo)
Teller: Please take Birr 3000. (English)
Tole,qarshii kuma sadii fudhadhu. (Afaan Oromoo)
Customer: Thank you. (English)
Galatoomi. (Afaan Oromoo)
Teller: It’s ok. (English)
Homaa miti. (Afaan Oromoo)