I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


274) Reading and telling times

06:00 - Six o’clock (English)
Sa'aatii jaha. (Afaan Oromoo)
06:10 - Ten past six (English)
Jahaaf kudhani. (Afaan Oromoo)
06:15 - A quarter/fifteen past six (English)
Jahaaf ruubiidha. (Afaan Oromoo)
06:30 - Half past six (English)
jahaaf walakkaadha. (Afaan Oromoo)
06:45 - Fifteen/quarter to seven (English)
torba jechuu ruubii hanquudha. (Afaan Oromoo)
06:50 - Ten to seven (English)
torba jechuu kudhan hanquudha. (Afaan Oromoo)
07:00 - Seven (English)
Sa'aatii torba. (Afaan Oromoo)
Daughter: What time is it now, mother? (English)
intala: Sa'aatiin meeqa Aayyaa? (Afaan Oromoo)
Mother: It is half past six. (English)
Haadha: Jahaaf walakkaadha. (Afaan Oromoo)
Daughter: Thank you mam. (English)
Galatoomi Aayyaa. (Afaan Oromoo)
Mother: What time is your class? (English)
Gola/daree sa'aa meeqatti seenta? (Afaan Oromoo)
Daughter: At fifteen to six. (English)
Intala: jaha jechuu ruubii hanquu irratti. (Afaan Oromoo)
Mother: Still you have 45 minutes. (English)
Mother: ammayyuu daqiiqaa afurtamii shan niqabda. (Afaan Oromoo)