I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


29) Question words - Example

What is that? (English)
Inni sun maali? (Afaan Oromoo)
That is a pencil. (English)
Inni sun Irsaasiidha. (Afaan Oromoo)
What is this? (English)
Inni kun maali? (Afaan Oromoo)
This is a pencil. (English)
Inni kun irsaasiidha. (Afaan Oromoo)
What are these? (English)
Isaan kunniin maali? (Afaan Oromoo)
These are papers. (English)
Isaan kunniin waraqaaleedha. (Afaan Oromoo)
What do you want? (English)
Maal barbaadda? (Afaan Oromoo)
I want a cup of tea. (English)
Ani shaayii barbaada. (Afaan Oromoo)
What does he like? (English)
Inni maal jaalata? (Afaan Oromoo)
He likes coffee. (English)
Inni buna jaalata. (Afaan Oromoo)
What is your name? (English)
Maqaan kee eennu? (Afaan Oromoo)
My name is Abebe. (English)
Maqaan kiyya Abbabaadha. (Afaan Oromoo)
Which bag is yours? (English)
Korojoon kee isa kami? (Afaan Oromoo)
The red one. (English)
Korojoo diimticha sani. (Afaan Oromoo)
Which pencil is his? (English)
Irsaasiin isaa isa kami? (Afaan Oromoo)
The long one. (English)
Dheerticha sani. (Afaan Oromoo)
When will you come? (English)
Yoom dhufta? (Afaan Oromoo)
I will come today. (English)
Har'a dhufa. (Afaan Oromoo)
When does he go? (English)
Inni yoom deema? (Afaan Oromoo)
He will go this afternoon. (English)
Inni har'a waaree booda hindeema. (Afaan Oromoo)
Where is your pencil? (English)
Irsaasiin kee eessa jira? (Afaan Oromoo)
My pencil is here. (English)
Irsaasiin kiyya as jira. (Afaan Oromoo)
Where does he live? (English)
Inni eessa jiraata? (Afaan Oromoo)
He lives with his family. (English)
Maatii isaa wojjiin. (Afaan Oromoo)
Who is this man? (English)
Namni kun eennu? (Afaan Oromoo)
He is Mr. Habte. (English)
Kun obbo Haabtee dha. (Afaan Oromoo)
Who is he? (English)
Inni eennu? (Afaan Oromoo)
He is our teacher. (English)
Inni barsiisaa keenna. (Afaan Oromoo)
Whom do you (m) meet? (English)
Eennuun argita? (Afaan Oromoo)
Whom does he know? (English)
Eennuun beeka? (Afaan Oromoo)
Whom do you (m) like? (English)
Eennun jaalatta? (Afaan Oromoo)
Whose pencil is this? (English)
Qalamni/Kobbeen kun kan eennuuti? (Afaan Oromoo)
Whose books are those? (English)
Kitaabileen kunniin kan eennuuti? (Afaan Oromoo)
Why did you (m) come here? (English)
Maaliif as dhufte? (Afaan Oromoo)
Why is he late? (English)
Inni maaliif galaalche? (Afaan Oromoo)
How is life? (English)
Jireenni akkami? (Afaan Oromoo)
How old are you (m)? (English)
Umriin kee meeqa? (Afaan Oromoo)
How much money does he have? (English)
Inni maallaqa hangam qaba? (Afaan Oromoo)
How many brothers does he have? (English)
Inni obboleeyyan meeqa qaba? (Afaan Oromoo)