I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


32) Subject Pronoun + Have (Positive)

I have. (English)
Ani qaba. (Afaan Oromoo)
We have. (English)
Nu qabna. (Afaan Oromoo)
You (m) have. (English)
Ati qabda. (Afaan Oromoo)
You (f) have. (English)
Ati qabda. (Afaan Oromoo)
She has. (English)
Isiin qabdi. (Afaan Oromoo)
You (pl) have. (English)
Isin qabdu. (Afaan Oromoo)
He has. (English)
Inni qaba. (Afaan Oromoo)
They have. (English)
Isaan qabu. (Afaan Oromoo)