I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


331) Past Tense - Affirmative Form

I read newspaper yesterday. (English)
Ani kaleessa gaazexaaa dubbise. (Afaan Oromoo)
We read newspaper yesterday. (English)
Nuti kaleessa gaazexaaa dubbisne. (Afaan Oromoo)
You (m) read newspaper yesterday. (English)
Ati kaleessa gaazexaaa dubbiste. (Afaan Oromoo)
You (f) read newspaper yesterday. (English)
Ati kaleessa gaazexaaa dubbiste. (Afaan Oromoo)
She read newspaper yesterday. (English)
Isheen kaleessa gaazexaaa dubbiste. (Afaan Oromoo)
You (pl) read newspaper yesterday. (English)
Isin kaleessa gaazexaaa dubbistan. (Afaan Oromoo)
He read newspaper yesterday. (English)
Inni kaleessa gaazexaaa dubbise. (Afaan Oromoo)
They read newspaper yesterday. (English)
Isaan kaleessa gaazexaaa dubbisan. (Afaan Oromoo)