I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


333) Past Tense - Interrogative Form

Did I read newspaper yesterday? (English)
Ani kaleessa gaazexaa dubbisee? (Afaan Oromoo)
Did we read newspaper yesterday? (English)
Nuti kaleessa gaazexaa dubbisnee? (Afaan Oromoo)
Did you (m) read newspaper yesterday? (English)
Ati kaleessa gaazexaa dubbistee? (Afaan Oromoo)
Did you (f) read newspaper yesterday? (English)
Ati kaleessa gaazexaa dubbistee? (Afaan Oromoo)
Did she read newspaper yesterday? (English)
Isheen kaleessa gaazexaa dubbistee? (Afaan Oromoo)
Did you (pl) read newspaper yesterday? (English)
Isin kaleessa gaazexaa dubbistanii? (Afaan Oromoo)
Did he read newspaper yesterday? (English)
Inni kaleessa gaazexaa dubbisee? (Afaan Oromoo)
Did they read newspaper yesterday? (English)
Isaan kaleessa gaazexaa dubbisanii? (Afaan Oromoo)