I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


338) Past Continuous Tense - Affirmative Form

I was reading newspaper. (English)
Ani gaazexaa dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
We were reading newspaper. (English)
Nuti gaazexaa dubbisaa turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were reading newspaper. (English)
Ati gaazexaa dubbisaa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were reading newspaper. (English)
Ati gaazexaa dubbisaa turte. (Afaan Oromoo)
She was reading newspaper. (English)
Isheen gaazexaa dubbisaa turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were reading newspaper. (English)
Isin gaazexaa dubbisaa turtan. (Afaan Oromoo)
He was reading newspaper. (English)
Inni gaazexaa dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)
They were reading newspaper. (English)
Isaan gaazexaa dubbisaa turan. (Afaan Oromoo)