I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


39) Subject Pronouns + Had (Positive) - Example

I had a pen. (English)
Ani qalama/kobbee hinqaba ture. (Afaan Oromoo)
We had a pen. (English)
Nu qalama/kobbee hinqabna turre. (Afaan Oromoo)
You (m) had a pen. (English)
Ati qalama/kobbee hinqabda turte. (Afaan Oromoo)
You (f) had a pen. (English)
Ati qalama/kobbee hinqabda turte. (Afaan Oromoo)
She had a pen. (English)
Isiin qalama/kobbee hinqabdi turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) had a pen. (English)
Isin qalama/kobbee hinqabdu turtan. (Afaan Oromoo)
He had a pen. (English)
Inni qalama/kobbee hinqaba ture. (Afaan Oromoo)
They had a pen. (English)
Isaan qalama/kobbee hinqaban turan. (Afaan Oromoo)