I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


57) Question Words - Present Tense

Do you (m) read? (English)
Nidubbiftaa? (Afaan Oromoo)
Yes, I read. (English)
Ee, nidubbisa. (Afaan Oromoo)
What do you (m) read? (English)
Maal dubbifta? (Afaan Oromoo)
I read news paper. (English)
Gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
Which news paper do you (m) read? (English)
Gaazexaa kam dubbifta? (Afaan Oromoo)
I read Addis Zeman news paper. (English)
Gaazexaa Addis Zaman dubbisa. (Afaan Oromoo)
When do you (m) read news paper? (English)
Yoom gaazexaa dubbifta? (Afaan Oromoo)
I read news paper every morning. (English)
Guyyuu ganama gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
Where do you (m) read news paper? (English)
Gaazexaa eessatti dubbifta? (Afaan Oromoo)
I read newspaper at my home. (English)
Gaazexaa mana kiyyatti dubbisa. (Afaan Oromoo)
Why do you (m) read news paper? (English)
Gaazexaa maaliif dubbifta? (Afaan Oromoo)
I read newspaper for information. (English)
Gaazexaa odeeffannoo argachuuf dubbisa. (Afaan Oromoo)
Who do you (m) read news paper with? (English)
Eennuun wojjiin gaazexaa dubbifta? (Afaan Oromoo)
I read news paper with my friends. (English)
Hiriyyoota koo wojjiin gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
How do you (m) read news paper? (English)
Gaazexaa akkamitti dubbifta? (Afaan Oromoo)
I read news paper slowly. (English)
Gaazexaa sagalee gad qabee dubbisa. (Afaan Oromoo)