I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


60) Present Continuous Tense - Affirmative Form

I am reading newspaper. (English)
Ani gaazexaa dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
We are reading newspaper. (English)
Nu gaazexaa dubbisaa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are reading newspaper. (English)
Ati gaazexaa dubbisaa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are reading newspaper. (English)
Ati gaazexaa dubbisaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is reading newspaper. (English)
Isiin gaazexaa dubbisaa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are reading newspaper. (English)
Isin gaazexaa dubbisaa jirtan. (Afaan Oromoo)
He is reading newspaper. (English)
Inni gaazexaa dubbisaa jira. (Afaan Oromoo)
They are reading newspaper. (English)
Isaan gaazexaa dubbisaa jiran. (Afaan Oromoo)