I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


72) Present Continuous Tense - List of continuous actions

I am getting up. (English)
Ani hirribaa ka'aa jira. (Afaan Oromoo)
I am praying to God. (English)
Ani Waaqa kadhataa jira. (Afaan Oromoo)
I am washing my face. (English)
Ani fuula dhiqataa jira. (Afaan Oromoo)
I am doing exercise. (English)
Ani ispoortii hojjataa jira. (Afaan Oromoo)
I am taking shower. (English)
Ani nafa dhiqataa jira. (Afaan Oromoo)
I am eating breakfast. (English)
Ani ciree nyaataa jira. (Afaan Oromoo)
I am listening to the radio. (English)
Ani raadiyoo caqasaa jira. (Afaan Oromoo)
I am going to work. (English)
Ani gara hojii deemaa jira. (Afaan Oromoo)
I am coming home. (English)
Ani gara manaa dhufaa jira. (Afaan Oromoo)
I am making dinner. (English)
Ani irbaata qopheessaa jira. (Afaan Oromoo)
I am watching television. (English)
Ani TV laalaa jira. (Afaan Oromoo)
I am going to bed/sleep. (English)
Ani rafaa jira. (Afaan Oromoo)
I am washing my clothes. (English)
Ani uffata miicaa jira. (Afaan Oromoo)
I am cleaning my house. (English)
Ani mana kiyya qulqulleessaa jira. (Afaan Oromoo)