I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


84) Past Tense - Question Words

Did you (m) read? (English)
Ati dubbiftee? (Afaan Oromoo)
Yes, I read. (English)
Ee, ani dubbisee jira. (Afaan Oromoo)
What did you (m) read? (English)
Ati maal dubbifte? (Afaan Oromoo)
I read news paper. (English)
Ani gaazexaa dubbise. (Afaan Oromoo)
Which news paper did you (m) read? (English)
Ati gaazexaa kam dubbifte? (Afaan Oromoo)
I read Addis Zeman news paper. (English)
Ani gaazexaa Addis Zaman dubbise. (Afaan Oromoo)
When did you (m) read news paper? (English)
Ati gaazexaa yoom dubbifte? (Afaan Oromoo)
I read news paper yesterday. (English)
Ani gaazexaa kaleessa dubbise. (Afaan Oromoo)
Where did you (m) read news paper? (English)
Ati gaazexaa eessatti dubbifte? (Afaan Oromoo)
I read newspaper at my home. (English)
Ani gaazexaa mana kootti dubbise. (Afaan Oromoo)
Why did you (m) read news paper? (English)
Ati gaazexaa maaliif dubbifte? (Afaan Oromoo)
I read newspaper for information. (English)
Ani gaazexaa odeeffannoo dhaaf dubbise. (Afaan Oromoo)
Who did you (m) read news paper with? (English)
Ati gaazexaa eennuun wojjiin dubbifte? (Afaan Oromoo)
I read news paper with my friends. (English)
Ani gaazexaa hiriyyoota koo wojjiin dubbise. (Afaan Oromoo)
How did you (m) read news paper? (English)
Ati gaazexaa akkamitti dubbifte? (Afaan Oromoo)
I read news paper slowly. (English)
Ani gaazexaa suutuma dubbise. (Afaan Oromoo)