I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


111) Future Tense - List of Future Actions

I will get up tomorrow morning. (English)
Ani boru ganama ka'a. (Afaan Oromoo)
I will pray to God tomorrow morning. (English)
Ani boru ganama Waaqa kadhadha. (Afaan Oromoo)
I will wash my face tomorrow morning. (English)
Ani boru ganama fuula dhiqadha. (Afaan Oromoo)
I will do exercise tomorrow morning. (English)
Ani ganama ispoortii hojjadha. (Afaan Oromoo)
I will have /take bath/ shower tomorrow morning. (English)
Ani boru ganama qaama dhiqadha. (Afaan Oromoo)
I will have/eat breakfast tomorrow morning. (English)
Ani boru ganama ciree nyaadha. (Afaan Oromoo)
I will listen to the radio tomorrow morning. (English)
Ani boru ganama raadiyoo caqasa. (Afaan Oromoo)
I will go to work tomorrow morning. (English)
Ani boru ganama gara hojii deema. (Afaan Oromoo)
I will come back home tomorrow evening. (English)
Ani boru halkan gara manaa gala. (Afaan Oromoo)
I will make dinner tomorrow evening. (English)
Ani boru halkan irbaata qopheessa. (Afaan Oromoo)
I will watch television for some time tomorrow evening. (English)
Ani boru halkan yeroo muraasaaf Televizhiinii ilaala. (Afaan Oromoo)
I will go to bed/sleep tomorrow night. (English)
Ani boru galgala hinrafa. (Afaan Oromoo)
I will wash my clothes tomorrow. (English)
Ani boru uffata miicadha. (Afaan Oromoo)
I will clean my house tomorrow. (English)
Ani boru mana ququlleeffadha. (Afaan Oromoo)