I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


112) Take - Verb Form in Present Tense – Affirmative Form

I take. (English)
Ani hinfudhadha. (Afaan Oromoo)
We take. (English)
Nu hinfudhanna. (Afaan Oromoo)
You(m) take. (English)
Ati hinfudhatta. (Afaan Oromoo)
You(f) take. (English)
Ati hinfudhatta. (Afaan Oromoo)
She takes. (English)
Isiin hinfudhatti. (Afaan Oromoo)
You(pl) take. (English)
Isin hinfudhattu. (Afaan Oromoo)
He takes. (English)
Inni hinfudhata. (Afaan Oromoo)
They take. (English)
Isaan hinfudhatu. (Afaan Oromoo)