I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


117) Take – Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not taking. (English)
Ani fudhataa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not taking. (English)
Nu fudhataa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You(m) are not taking. (English)
Ati fudhataa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You(f) are not taking. (English)
Ati fudhataa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not taking. (English)
Isiin fudhataa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You(pl) are not taking. (English)
Isin fudhataa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not taking. (English)
Inni fudhataa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not taking (English)
Isaan fudhataa hinjiran. (Afaan Oromoo)