I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


118) Take – Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was taking. (English)
Ani fudhataa ture. (Afaan Oromoo)
We were taking. (English)
Nu fudhataa turre. (Afaan Oromoo)
You(m) were taking. (English)
Ati fudhataa turte. (Afaan Oromoo)
You(f) were taking. (English)
Ati fudhataa turte. (Afaan Oromoo)
She was taking. (English)
Isiin fudhataa turte. (Afaan Oromoo)
You(pl) were taking. (English)
Isin fudhataa turtan. (Afaan Oromoo)
He was taking. (English)
Inni fudhataa ture. (Afaan Oromoo)
They were taking. (English)
Isaan fudhataa turan. (Afaan Oromoo)