I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


133) Write -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not writing. (English)
Ani barreessaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not writing. (English)
Nu barreessaa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You (m) are not writing. (English)
Ati barreessaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (f) are not writing. (English)
Ati barreessaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not writing. (English)
Isiin barreessaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (pl) are not writing. (English)
Isin barreessaa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not writing. (English)
Inni barreessaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not writing. (English)
Isaan barreessaa hinjiran. (Afaan Oromoo)