I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


134) Write -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

I was writing. (English)
Ani barreessaan ture. (Afaan Oromoo)
We were writing. (English)
Nu barreessaa turre. (Afaan Oromoo)
You (m) were writing. (English)
Ati barreessaa turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were writing. (English)
Ati barreessaa turte. (Afaan Oromoo)
She was writing. (English)
Isiin barreessaa turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were writing. (English)
Isin barreessaa turtan. (Afaan Oromoo)
He was writing. (English)
Inni barreessaa ture. (Afaan Oromoo)
They were writing. (English)
Isaan barreessaa turan. (Afaan Oromoo)