I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


140) Listen - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am listening. (English)
Ani caqasaan jira. (Afaan Oromoo)
We are listening. (English)
Nu caqasaa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are listening. (English)
Ati caqasaa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are listening. (English)
Ati caqasaa jirta. (Afaan Oromoo)
She is listening. (English)
Isiin caqasaa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are listening. (English)
Isin caqasaa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is listening. (English)
Inni caqasaa jira. (Afaan Oromoo)
They are listening. (English)
Isaan caqasaa jiru. (Afaan Oromoo)