I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


141) Listen -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

I am not listening. (English)
Ani caqasaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
We are not listening. (English)
Nu caqasaa hinjirru. (Afaan Oromoo)
You (m) are not listening. (English)
Ati caqasaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (f) are not listening. (English)
Ati caqasaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
She is not listening. (English)
Isiin caqasaa hinjirtu. (Afaan Oromoo)
You (pl) are not listening. (English)
Isin caqasaa hinjirtan. (Afaan Oromoo)
He is not listening. (English)
Inni caqasaa hinjiru. (Afaan Oromoo)
They are not listening. (English)
Isaan caqasaa hinjiran. (Afaan Oromoo)