I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


172) Play - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

I am playing. (English)
Ani taphataan jira. (Afaan Oromoo)
We are playing. (English)
Nu taphataa jirra. (Afaan Oromoo)
You (m) are playing. (English)
Ati taphataa jirta. (Afaan Oromoo)
You (f) are playing. (English)
Ati taphataa jirta. (Afaan Oromoo)
She is playing. (English)
Isiin taphataa jirti. (Afaan Oromoo)
You (pl) are playing. (English)
Isin taphataa jirtu. (Afaan Oromoo)
He is playing. (English)
Inni taphataa jira. (Afaan Oromoo)
They are playing. (English)
Isaan taphataa jiru. (Afaan Oromoo)